Teeknooloojii Droonii guddina hunda galeessa Itiyoophiyaaf
Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Bara haaraa simachuuf samii Finfinnee irratti agarsiisni dinqisiisaa Drooniiwwaniin qophaa’e, Itiyoophiyaan damee teeknooloojiin guddina saffisaa fi…
Agarsiisa dirooniwwan kuma 3 ol hirmaachise…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Finfinneen jala bultii bara haaraan agarsiisa diroonii fi richiitiin miidhagdee bulte.
Agarsiisni Diroonii jala bultii Ayyaana Bara Haaraa 2019…
Buufata Egeree Itiyoophiyaa Labsu
Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) - Har'i guyyaa dhumaa waggichaa ti.
Aduun yoo dhiitu waggaan kun nagaa nutti dhaama. Boru ammoo aduu haaraan abdii haaraa qabattee dhalatti.…
Muuxannoo Waraqaa eenyummeessaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa biyyoota Afrikaa biroof…
Finfinnee, Qaammee 5, 2018( FMC)- Waraqaan eenyummeessaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa Zaambiyaa, Moozaambiik fi Burundiitti yaalii eegaluufi jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Sagantaa Waraqaa…
Ce’umsi diijitaalaa utubaa birmadummaa keenyaati- Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Qaammee 5, 2018( FMC)- Ce’umsi diijitaalaa utubaa birmadummaa keenyaati jedhan Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoo.
Qaammee 5, “Guyyaan Egeree”…
Baankiin Oromiyaa appilikeeshinii dijitaalaa ‘Abbaa Fardaa Reemit’ jedhamu ifoomse
Finfinnee, Qaammee 3, 2018 (FMC) – Baankiin Oromiyaa Tajaajila Faayinaansii Diijitaalaa Kaachaa jedhamu waliin ta’uun appilikeeshinii dijitaalaa hawalaa Abbaa Fardaa jedhamu ifoomseera.…
Dhaabbata bu’uura diinagdee diijitaal Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) –Itiyoo Teeleekoomiin dhaabbata tajaajila teeleekoomii kennu qofaa miti, dhaabbilee bu’uuraa diinagdee dijitaal Itiyoophiyaa ta’an keessaa isa tokko.
Mee…
Bilbila akka baankiitti – Teelee Birrii
Waggoota muraasa dura, namni tokko, Maallaqa callaa harkatti qabachuun kaffaltiin raawwachaa ture.
Har’a garuu sun jijjiirameera.
Maallaqa olaanaa daddabarsuu irraa kaasee, hanga…
Itiyoophiya gara Addunyaa Dijitaalaatti…
Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Imalli Itiyoophiyaan gara dijitaalaatti gootu hirmaannaa dinagdee guddisuu, iftoomina cimsuu fi bu’uuraalee misoomaa dijitaalaa uummataa cimaa ijaaruu…
Dhaabbatichi appilikeeshinii Diijitaalaa tajaajila isaa caalmaatti si’oomsu ifoomse
Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa appilikeeshinii Diijitaalaa tajaajila isaa caalmaatti si’oomsu ifoomseera.
Appilikeeshinichi…